Post by Endalkachew Worku Lemecha
Director of Legal Awareness and Training @ FDRE Ministry of Justice | Master of Laws - LLM
በድንገተኛ የአቶ አበበ ፊጤ ደበሌ ህልፈተ ህይወት የተሰማኝን ጥልቅ ሀዘን በከፍተኛ ስሜት እገልጻለሁ። አቶ አበበ ፊጤ ደበሌ በፍትህ ስርዓቱ ውስጥ ከ25 ዓመታት በላይ በታማኝነት፣ በትጋት እና በሙያዊ ብቃት በኦሮሚያ ክልል ፍትህ ቢሮ እና በኢፌዲሪ ፍትሕ ሚኒስቴር ያገለገሉ ዐቃቤ ሕግ ነበሩ። በተለይም በሕግ ማርቀቅ ሥራ ክፍል ለረጅም ጊዜ በመሥራት ለሀገራችን የሕግ ሥርዓት ግንባታና ማጠናከር ከፍተኛ አስተዋፅኦ ያበረከቱ ባለሙያ ነበሩ። ለእኔ ግን ከዚህ በላይ ነበሩ፤ የሥራ ባልደረባዬ፣ ቅርብ ወዳጄ እና በምክራቸውና በሰብዕናቸው የምናከብራቸው ሰው ነበሩ። ድንገተኛ መለየታቸው እጅግ አሳዝኖኛል፤ የተሰማኝን ሀዘን በቃላት ለመግለጽ ይከብደኛል። ለውድ ቤተሰቦቻቸው፣ ለዘመድ አዝማዶቻቸው፣ ለወዳጅ ጓደኞቻቸው እና ለሁሉም የሥራ ባልደረቦቻቸው ፈጣሪ ፅናትና መጽናናትን እንዲያድላቸው ከልብ እመኛለሁ። አቶ አበበ ፊጤ ደበሌ በሰላም ይረፉ፤ መልካም ስማቸውና አሻራቸው ለዘላለም በልባችን ይኖራል። Du'a tasa obbo Ababee Fiixee Dabbalee irratti gadda koo guddaa ibsachuu nan barbaada. Obbo Ababee Fiixee Dabbalee sirna haqaa keessatti waggoota 25 ol Biroo haqaa Oromiyaa fi Ministeraa Haqaa Federalla keessatti amanamummaa, cimina hojii fi ogummaa isaanii irratti hundaa'uun mootummaa tajaajilanii akka Abbaa Alangaa tajaajilaa turan. Keessumaa damee hojii mootummaa keessatti seera qopheessuu fi mootummaa gorsuu irratti yeroo dheeraa hojjechuun, ijaarsa fi cimsina sirna seeraa biyya keenyaaf gumaacha olaanaa taasisaniiru. Anaaf garuu, hojii qofa keessatti waliin hojjetaa koo osoo hin taane, michuu koo dhihoo, nama gorsa gaarii fi amala gaariidhaan kabajamu turan. Addaan bahuun isaanii kun baay'ee na gaddisiiseera; gadda natti dhaga'ame jechootaan ibsuun natti ulfaata. Maatii isaanii, firoottan isaanii, michootaa fi hojii keessatti waliin hojjettoota isaanii hundaaf Waaqayyo obsaa fi jajjabina akka kennuuf garaa guutuudhaan nan kadhadha. Obbo Ababee Fiixee Dabbalee boqonnaa haa argatan. Maqaan isaanii gaariin fi hojii isaanii keessatti dhiibbaa gaariin isaanii yeroo hunda yaadannoo keenya keessatti ni jiraata. I want to express my profound sorrow at the sudden passing of Mr. Abebe Fite Debele. Mr Abebe Fite Debele served in the justice system for more than 25 years as a dedicated and highly competent prosecutor with the Oromia Justice Bureau and the FDRE Ministry of Justice. In particular, he worked for many years in the legal drafting department, making significant contributions to the development and strengthening of our country's legal framework. To me, however, he was more than a colleague. He was a close friend, a trusted companion, and a person admired for his wisdom, integrity, and humanity. His sudden departure has deeply saddened me, and it is difficult to put into words the grief I feel. I extend my heartfelt condolences to his family, relatives, friends, and all of his colleagues. May God grant them strength, comfort, and peace during this difficult time. May Mr. Abebe Fite Debele rest in peace. His good name, exemplary character, and lasting contributions will remain in our hearts and memories forever.